Oromifaa

Odeeffanoo kana fi gargaarsa afaan keetiin kaffaltii malee argachuuf mirga qabda. Gargaarsa argachuuf lakkoofsa bilbilaa tajaajila miseensaa (Member Services) waraqaa enyummaa kee irratti argamu irratti bilbili. (TTY/TDD: 711)